Tajaajila Giddugalli Aadaa Oromoo Kennu Keessaa Isaan Muraasni:

1. Tajaajila daawwannaa godambaa.

2. Tajaajila wiirtuu odeeffannoofi mana kitaabaa

3.Tajaajila deeggersa ogummaa hojii qorannoo

4. Tajaajila kiraa galmootaa

5. Tajaajila kaafteeriyaa

6. Tajaajila leenjii adda addaa

7. Tajaajila jilaafi agarsiisaa (Festival and Exhibition) wkf.dha.