Ergama Giddugala Aadaa Oromoo

Afaan,seenaa,artii,aadaa,hambaaleefi qabeenya odeeffannoo Oromoo bifa saayinsawaa ta`een qorachuu, qorachiisuu,gurmeessuufi kunuunsuun faayidaa guddina hawaas-dingdeef olchuu.