Mul’ata GAO

Bara 2012 tti Naannoon Oromiyaa Bu`aa qorannoofi qo`annoo qabeenya aadaa irraa faayidaa hawaas-dinagdee argachuudhaan akka biyyaatti beekamtee arguudha.