Godambaa Oromoo
Godambaan GAO keessatti argamu giddugalli kun erga hundaa’ee jalqabee tajaajila kennaa jira. Godambaan kun hambaalee ummataa kan ibsan godinaalee Oromiyaa hunda keessaa walitti qabuun gurmeessuun daawwattoota biyya keessaafi alaaf banaa ta’uun daawwatamaa jira.